Oromo week , Kubbaa miilaa, uttaalchoo, fi taphoota adda addaa kan of keessatti qabu ture jedhu Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa. Tapha fi qophii guyyaa shaniif turee irratti gargaarsii fi deggersi ...
Ertiraan walaba taatee Itoophiyaarraa adda bahuuf waggoota 30 ol mootummaa Hayilasillaasefi Dargii lolte. Afrikaa keessatti qabsoo hidhannoo waggoota dheeraa gaggeeffaman keessaa kan Ertiraa tokkoodha ...
Namni kam illee Australiyaaf haaraa tahe afaan dhaloota ofii tikfachuun hangam barbaachisaa akka tahe ni beeka. Afaan aadaa waliin wal qabataa dha. Afaan Abootii Dachee Australiyaas lafaa fi beekumsa ...